KUTAA 9ƒƒαα SEENAA RASUULAA IRRAA. ●KUTAA 9ƒƒαα ※Duula Khandaq irraa hanga Sulhii Hudeeybiyyaa※ Duula Khandaq irraa hanga Sulhii Hudeeybiyyaa Ji’a Shawwaal bara Hijrii 5ffaa keeysa duulli Khandaq “Ghazwatu Al-Khandaq” argamte. Maqaan biraa kan ittiin beekkamtu duula Ahzaab “Ghazwatu Al-Ahzaab”. Sababaan duula Ahzaab Yahuudaa fii Gosoonni Araba walii galanii Madiinaa irratti lola banuuf ka’an. *** Waraana kuma 10 gosoota Arabaa adda addaa irraa walitti qabatanii Madiinaa irratti lola banuuf dhufan. Waraana gosoota Arabaa san kan kakaasaa ture Yahudoota. Hogganaaan Duula Ahzaab Abuu Sufiyaan bin Sakh’r bin Harbiiti. *** Salmaan Al-Faarisiin Rabbi irraa haa jaalatuu akka naannoo Madiinaatti Boolla qotan yaada kenne. Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam yaada Salmaan fudhatee naannoo Madiinaa Boolla qotuu eegalan. Salmaan Al-Faarisiin Rasuula Sallallaahu Aleeyhi wasaallam wajjiin yeroo duraatiif Duula Khandaq irratti hirmaate. *** Lakkoofsi Waraana Rasuulaa sallallaahu aleeyhi ...
بسم الله ﻭﺍﻟﺼﻼﺓ ﻭﺍﻟﺴﻼﻡ ﻋﻠﻰ ﺭﺳﻮﻝ ﺍﻟﻠﻪ ﷺ ............. ......................... Al-risala-tube ............................... Gaarommina Qalbii. . . 🎙 Gorsaalee fi ergaawwan miidiyaalee islaamaa argattu. Inshaa'allaah