Skip to main content

Posts

Showing posts with the label Gorsa

Zakaa fixrii

           ZAKAA FIXRII ※ Maalummaa fixrii fi fatwaalee isaan wal qabatanis kan of keessatti hammatteedha. ※Maddoota kitaabaa fi website islaam Waabii godhachuudhaan Kan Al-risala-tuben qindaahee dhiyaate. ※Maddota isaaniis kan waliin ibsinu ta'a ြ◌ၜAl-risala-tube ြ◌ၜGaarommina qalbii. ※Toora telegramaan nu qunnamaa. https://www.t.me/risalaTube YKN  @risalaTube     ©hijrii1441/2020 بسم الله والصلاة والسلام على رسول الله صلى الله عليه وسلم وبعد    السلام عليكم ورحمة اللة وبركاته                                    ※Maddi keenya jalqabaa. ※Madda kana irraa Afaan oromoo qofaan fudhanne. 》Maqaan:soomana-ramadaana. -Heera-sadarkaafii-Naamusaisaa. | 》Qopheessaan:Sh/Jamaal Sh/Muhammad. | 》 www.islamhouse.com Fuula37-39irraa. ※Akka gadiitti dhihaata.          ់SEERA ZAKAA FIXRII◌ Zakaa fixrii jechuun sadaqaa yeroo soo...
WAAN NAMA SOOMANU IBAADARRATTI 19 GARGAARU.   ① Sodaa Rabbii Qabaachuu fi hamtuu hundarraa uf eeguu.  ② Qaraatii qur’aanaa Heddummeessuu, Zikrii fii kadhaa Rabbii  heddumeysuu,  ③ Saahibban fofokkataa irraa fagachuu. Namni saahiba fakkata  jallaa qabu wahuma hamtuu isarraa barata. Mammaksatti  “raaddi harreen wajji oolte dhuufuu barti’’ jedhan.eegaa nama  gaarii qajeelaa Rabbi sodaatu saahiba (shariika) godhadhaa.  ④ Masgiidatti maxxanuu fii salaata jamaa’aa irratti uf tiiysuu. hanga dandeessetti yeroo hedduu masjiidatti argamuu yaalii  godhi. Masjiida teessee sunnaa salaattee, zikrii gootee, Rabbi  kadhattee, qur’aana qaraatee, yoo jette Sawaaba hedduu  walitti tuulatte, badii dhagayuufii arguu jalaayis nagaya baate  (tiiyfamte). Tanaaf gara masjiida gara masjiida.  ⑤Waan fedhii lubbuu namatti kakaasuu fii waan qalbii nama  goggoysu laaluu irraa fagaachuu.kunis hedduudha fakkeenyaaf:- filmii f...

📜Yaa Nama liqiin namaa sirraa jiru.

AL-RISALA-TUBE 📜Yaa Nama liqiin namaa sirraa jiru. ▫️Ergamaa rabbii irratti salawaata heddumeessi akka rabbiin sirraa galchuuf. 📜Yaa nama yaanni itti jiru, kaa yaanni sitti heddumaatee hirriba si dhoowwe. ▫️Ergamaa rabbii irratti salawaata heddumeessi akka rabbiin sirraa furuuf. 📜Yaa nama diliin sitti ulfaattee tarkaanfachuu si dhoowwe. ▫️Ergamaa rabbii irratti salawaata heddumeessi akka rabbiin siif araaramu. 〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰 📜Furmaanni waan kana hundaa salawaata nabiin irratti buusuudha 〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰 Baraa rasuulli salawaata isarratti haa heddumeessinu jennu kun, isaa salaata keessaa yaa rabbi ummata kiyya hin azzabin jedhee booyu sani, (saw) 📇Nabiin irratti salawaata heddumeessuu Aadaa haa godhannu faaydaa lakkaawamee hin dhumne qaba. Allaahumma salli alaa sayyidinaa muhaamed. ✿┈┈┈┈┈•✶✾✶•┈┈┈┈┈✿‏           ⚱ @HamiltanTube ⚱     ⁩✿┈┈┈┈┈•✶✾✶•┈┈┈┈┈✿

Jechoota gorsaa keessaa📌

📌 Jechoota gorsaa keessaa📌 '''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''' 💬 Hin boonin Hin laafin, Qalbii hin jabaatin. 〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰 💬 Fitnaan ni raftii, Abbaan bakka isiin raftu kaase, balaa ofitti kaase. 〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰 💬Namni dhugaa hin kakatu kakuu hin baay'isin osoo dhugarrattuu taatee. Amanamaan uf hin qulqulleessu dhugaatu isa qulqulleessa. 〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰 💬 Qulqullaawaan hin sheenayu       Arjaan galata hin himatu.               ● @RisalaTube ●    °°°°°°°°▪▪▪▪▪▪▪▪▪▪▪▪▪▪ ▪▪▪▪▪°°°°°°°°