📌 Jechoota gorsaa keessaa📌
''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''
💬 Hin boonin Hin laafin, Qalbii hin jabaatin.
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
💬 Fitnaan ni raftii, Abbaan bakka isiin raftu kaase, balaa ofitti kaase.
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
💬Namni dhugaa hin kakatu kakuu hin baay'isin osoo dhugarrattuu taatee.
Amanamaan uf hin qulqulleessu dhugaatu isa qulqulleessa.
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
💬 Qulqullaawaan hin sheenayu
Arjaan galata hin himatu.
● @RisalaTube ●
°°°°°°°°▪▪▪▪▪▪▪▪▪▪▪▪▪▪
▪▪▪▪▪°°°°°°°°

Comments
Post a Comment
Jazaakumullaahu keeyran