Skip to main content

Posts

Showing posts with the label DA'AWAA

Bulii jahan shawwaa

🔘  Gaafiif deebii waa'ee soomana bulii 6(jahan), kan ji'a shawwaal. ―――――――――――――――――― ① Hukmiin isaa maali?  sunnaa jaalatamaadha. ② buliin jahan kun murtaa'aadhaa? Lakkii buliin kunniin baati shawwaal 29/30 keessaa kan inni hin soomanamne gaafa tokko jedhu sana qofa jechuunis gaafa guyyaa iidaa sana qofa malee buliiwwan hafan kaanniin keessaa jechuunis shawwaal gaafa bulii lamaffa irraa kaasee guyyaa jaha walitti aansees addaan babaasees soomuu ni danda'a. Ammoo osoo booduma iidaatii bulii jahan walitti aanan osoo somane gaariidha. ③ Namni qadaan soomana waajibaa irra jiru ajrii kana saamachuuf yoo dursa buliwwan shawwaal tana soome ni tahaa? Hin ta'u maaf jennaan jechuma rasuulaa (s.a.w) irraayyu hogga kaanu" Namni ramadana soomee ergasii shawwaal hordofsiise..." jedhan. Lammaffaa deeynii kaffaluun dirqama soomanni ramadaan deeynii rabbiiti dursa deeynii kaffalaniit sunnaa itti aansan. ④ Qadaa Soomana dirqamaatiifi soomana shawwaal guyyama tokkotti wal...

RAMADAANA MAAL DALAGUUTU MILKITTI NAMA GEEYSA?

RAMADAANA MAAL DALAGUUTU MILKITTI NAMA GEEYSA? ============================== ============= Qophii: Urjii Ahmad Ramadaanni baatii ibaadaan akkaan keessatti qeebalamtuu fii baatii akkaan Rabbi gabbaruun gama Rabbii dhihaatanirraahi. Ibaadaan Gurguddoon Ramadaana keessa dalagamtu: 1. Shirkii irraa Towbachuu fii Rabbi qofa gabbaruun gama Rabbii dhihaachuu. 2. Salaata shanan Dirqamaa sa'aa isiitti salaatuun qunnamtii Rabbii wajjiin jabeeysuudha. Rabbiin warra waan dirqama irratti godhe dalagu Jaalata. 3. Salaata Sunnaa hunda itti ariifachuun akka aadaa taatee nurratti haftu tattaafachuudha. Sunnaah heddumeeysuun Rabbitti nama dhiheeysa. *Salaata Sunnaah irraa: Sunnaa Salaataa dirqamaa duraa fii boodaa. Subhii dura raka'aa 2, Zuhrii dura 4, Zuhrii Booda 2, Asrii dura 4, Maghriba booda 2, Ishaa'ii booda 2. *Salaata halkanii (taraawii) Amata guutuu halkan hunda Salaata Ishaa'ii booda rak'aa 3, 5, 7, 11, fii sanii ol salaatuun ni dandahama. ta dhumaa rak'aa 1 godhanii ...

📜Yaa Nama liqiin namaa sirraa jiru.

AL-RISALA-TUBE 📜Yaa Nama liqiin namaa sirraa jiru. ▫️Ergamaa rabbii irratti salawaata heddumeessi akka rabbiin sirraa galchuuf. 📜Yaa nama yaanni itti jiru, kaa yaanni sitti heddumaatee hirriba si dhoowwe. ▫️Ergamaa rabbii irratti salawaata heddumeessi akka rabbiin sirraa furuuf. 📜Yaa nama diliin sitti ulfaattee tarkaanfachuu si dhoowwe. ▫️Ergamaa rabbii irratti salawaata heddumeessi akka rabbiin siif araaramu. 〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰 📜Furmaanni waan kana hundaa salawaata nabiin irratti buusuudha 〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰 Baraa rasuulli salawaata isarratti haa heddumeessinu jennu kun, isaa salaata keessaa yaa rabbi ummata kiyya hin azzabin jedhee booyu sani, (saw) 📇Nabiin irratti salawaata heddumeessuu Aadaa haa godhannu faaydaa lakkaawamee hin dhumne qaba. Allaahumma salli alaa sayyidinaa muhaamed. ✿┈┈┈┈┈•✶✾✶•┈┈┈┈┈✿‏           ⚱ @HamiltanTube ⚱     ⁩✿┈┈┈┈┈•✶✾✶•┈┈┈┈┈✿

Gurbaa Dardaraa Khan Dardarumaa isa Ibaada Rabiirati fixe ( rabbi gabaruurati dabarse ).

Gurbaa Dardaraa Khan Dardarumaa isa Ibaada Rabiirati fixe ( rabbi gabaruurati dabarse ). Rasuuli (ﷺ) akkana ja'an Guyyaa Qiyaama Gaafa gaadisni hin jire Gaadisa rabbii malee Rabbiin Nama 7 Gaadisa arshii jalati godhaaf Guyyaa Gaadisni hin jire san,  nama torbeen kheeysa tokko nama dardaraa khan yeroo adunyaara jiru dardarumaa isaa san ibaada rabbirati dabarse. Umriin dardaruma khuni umrii namni kheeysati humna guutuu fii jabeeyna guutu qabu umrii iti wal dorgamanii hundaa ol tahuu iti fedhani , haatahuu namni umrii tana Rabbi gabaruufi waan rabbiin jaalatu dalaguurati dabrse dhugumaan rabbiin eeybise. Rasuuli ( ﷺ ) akkana ja'an waa 5 ( shan ) oso waa shan (5) siti hin dhufne iti fayyadamii 1. Dardarumaa tee Duloomuun durati 2. Fayya tee Dukkubsachuu durati 3. Tujaarumaa ( Qabeenya) tee miskiinuma(Dhaba) tee durati 4. Yeroo tee tan bilisaa ( free time ) osoo hin shaakhalamne ( yeroo hin dhabne ) durati 5. Jiruu tee du'a durati iraa fayyadamii ( ibn abaasiitu o...

WAA TORBAN NAMA BALLEESSITUU TAATE IRRAA BAQADHAA !!

WAA TORBAN NAMA BALLEESSITUU TAATE IRRAA BAQADHAA !! 〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰  ※ WAA TORBAN SUNI MAALI?. ●1●=Shirkii/Rabbi waliin ka biroo gabbaruu. ○2○=Sihrii/Falfala. ●3●=Nafsee rabbi laguu godhe haqaan malee ajjeesuu. ○4○=Dhala nyaachuu. ●5●=Qabeenya yataamaa nyaachuu. ○6○=Jihaada keessatti Yeroo kaafiraan wal gahan dheeysuu. ●7●=Dubartii qulqulluu, Zinaa dalagde jedhanii Maqaa xureessuu. •°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•° •°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•° ☆ Yaa Rabbi atummaan najaa irraa  nu baasi. ¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤ Telegram chanaala @RisalaTube