![]() |
AL-RISALA-TUBE |
▫️Ergamaa rabbii irratti salawaata heddumeessi akka rabbiin sirraa galchuuf.
📜Yaa nama yaanni itti jiru, kaa yaanni sitti heddumaatee hirriba si dhoowwe.
▫️Ergamaa rabbii irratti salawaata heddumeessi akka rabbiin sirraa furuuf.
📜Yaa nama diliin sitti ulfaattee tarkaanfachuu si dhoowwe.
▫️Ergamaa rabbii irratti salawaata heddumeessi akka rabbiin siif araaramu.
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
📜Furmaanni waan kana hundaa salawaata nabiin irratti buusuudha
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
Baraa rasuulli salawaata isarratti haa heddumeessinu jennu kun, isaa salaata keessaa yaa rabbi ummata kiyya hin azzabin jedhee booyu sani, (saw)
📇Nabiin irratti salawaata heddumeessuu Aadaa haa godhannu faaydaa lakkaawamee hin dhumne qaba. Allaahumma salli alaa sayyidinaa muhaamed.
✿┈┈┈┈┈•✶✾✶•┈┈┈┈┈✿
⚱ @HamiltanTube ⚱
✿┈┈┈┈┈•✶✾✶•┈┈┈┈┈✿
Comments
Post a Comment
Jazaakumullaahu keeyran