Skip to main content

Posts

Hadisa

#hadiisa akkaan nama rifachiisu. Ee badii isaa ee badii isaa jedhan rasuulli [saw] eennuni laata?  ☘🌷☘  hadiisa guyyaa har'aa. َقَالَ الرَسُول - ﷺ - : 🍃🌸🍃 🌹🍃🌸🍃 Ergamaan rabbii jedhan [saw] " وَيلٌ لِلَّذي يُحَدِث فَيَكذِب لِيُضحِكَ بِهِ القَوم ، وَيلٌ لهُ ، وَيلٌ له " ، 🍃🌸🍃 🌹🍃🌸🍃  Ee badii isaa ka odeessu ka kijibu kijiba isaa saniin tuuta kofalchiisuuf jecha, ee badii isaa ee badii isaa. ➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖ Ergaan nuti hadiisa olii kana irraa fudhannu: wanti namni hedduun irraanfate ykn dogongoraan keessa jiruudha, Ergaan kun rabbiin nama baasu malee haalli kun haalaa nama baay'ee irratti mul'atuudha, Namni hedduun haasawa isaa keessatti nama kofalchiisuuf jecha ni qoosa qoosaan sun ammoo kijiba of keessaa qabaannaan abaarii kana keessa oolle jechuudha. Yaa rabbi nu tiksi irraa aamiin. [ شَرحُ رِيَاضِ الصَالِحين ||١/ ٢٩ 🍃🌸🍃 🌹🍃🌸🍃     ⁩✿┈┈┈┈┈•✶✾✶•┈┈┈┈┈✿‏           📮 @risalaTubr 📮     ⁩✿┈┈...

Sadarkaa suuraa iklaas

#sadakaa_suuratul_iklaasiin_qara'uun_qabdu_keessaa.           ☘ قـال رسـول الله ﷺ : ❀🍃🌸🍃❀ ⬅️ ( من قرأ { قُلْ هُوَ اللهُ أَحَدٌ } حتى يختمَها : - عشرَ مراتٍ ؛ بنى اللهُ له قصرًا في الجنَّةِ ، - ومن قرأها عشرين مرةً ؛ بُني له قصرانِ ، - ومن قرأها ثلاثينَ ؛ مرَّةً بُنِيَ له ثلاثٌ ) .       📔 السلسلة الصحيحة (١٣٦/٢) ❀Nabi ﷺ akkan Jedhan. ➡️ [ Namni qara'e ( قُلْ هُوَ اللهُ أَحَدٌ )  Hanga xumuuraatti. ⌚️ Yeroo 10 yoo qara'e: Rabbiin jannata keessatti gamoo isaaf ijaara. ۞۩۞۩۩۞۩۩۞۩۩۞۩۩۞۩۩۞۩۩۞ ⌚️Yeroo 20 yoo qara'e: Rabbiin jannata keessatti gamoo 2 isaaf ijaara. ۞۩۞۩۩۞۩۩۞۩۩۞۩۩۞۩۩۞۩۩۞ ⌚️ʏᴇʀᴏᴏ 30 yoo qara'e: Rabbiin jannata keessatti gamoo 3 isaaf ijaara. ۞۩۞۩۩۞۩۩۞۩۩۞۩۩۞۩۩۞۩۩۞ ❀🍃🌸🍃❀ ۞  بِسْمِ اللهِ الْرَّحْمَنِ الْرَّحِيمِ •¸ .*۞ ۞قُلْ.هُوَ.اللَّهُ.أَحَدٌ۞اللَّهُ.الصَّمَدُ۞لَمْ.يَلِدْ.وَلَمْ.يُولَدْ۞وَلَمْ.يَكُن.لَّهُ.كُفُوًا.أَحَدٌ۞.ᴛᴛ ۞۩۞۩۩۞۩۩۞۩۩۞۩۩۞۩۩۞۩۩۞ 📜Ajrii guddaan kuna, waan daqiiqaa gabaabduu kees...

📜Jechoota hayyuuwwan islaamaa keessaa. 1

📜Jechoota hayyuuwwan islaamaa keessaa. 〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰 💬Qur'aanaan malee jannata keessatti wanti sadrkaan kee ol ka'uun hin jiru, osoo kitaaba biroo kumaatamas qaraate. 〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰 💬Dogongora namaa irraa baradhu malee, Akka namni dogongora kee irraa hin baranne. 〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰 💬Islaamummaan ni Injifata, Ati jiraattes jiraachuu baattes. Garuu, Ati Islaamummaan Ala Ni Injifatamta, Ni Baddas.          📯 @RisalaTube  telgram📯           ➖➖➖➖➖➖➖

📜Yaa Nama liqiin namaa sirraa jiru.

AL-RISALA-TUBE 📜Yaa Nama liqiin namaa sirraa jiru. ▫️Ergamaa rabbii irratti salawaata heddumeessi akka rabbiin sirraa galchuuf. 📜Yaa nama yaanni itti jiru, kaa yaanni sitti heddumaatee hirriba si dhoowwe. ▫️Ergamaa rabbii irratti salawaata heddumeessi akka rabbiin sirraa furuuf. 📜Yaa nama diliin sitti ulfaattee tarkaanfachuu si dhoowwe. ▫️Ergamaa rabbii irratti salawaata heddumeessi akka rabbiin siif araaramu. 〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰 📜Furmaanni waan kana hundaa salawaata nabiin irratti buusuudha 〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰 Baraa rasuulli salawaata isarratti haa heddumeessinu jennu kun, isaa salaata keessaa yaa rabbi ummata kiyya hin azzabin jedhee booyu sani, (saw) 📇Nabiin irratti salawaata heddumeessuu Aadaa haa godhannu faaydaa lakkaawamee hin dhumne qaba. Allaahumma salli alaa sayyidinaa muhaamed. ✿┈┈┈┈┈•✶✾✶•┈┈┈┈┈✿‏           ⚱ @HamiltanTube ⚱     ⁩✿┈┈┈┈┈•✶✾✶•┈┈┈┈┈✿

Gurbaa Dardaraa Khan Dardarumaa isa Ibaada Rabiirati fixe ( rabbi gabaruurati dabarse ).

Gurbaa Dardaraa Khan Dardarumaa isa Ibaada Rabiirati fixe ( rabbi gabaruurati dabarse ). Rasuuli (ﷺ) akkana ja'an Guyyaa Qiyaama Gaafa gaadisni hin jire Gaadisa rabbii malee Rabbiin Nama 7 Gaadisa arshii jalati godhaaf Guyyaa Gaadisni hin jire san,  nama torbeen kheeysa tokko nama dardaraa khan yeroo adunyaara jiru dardarumaa isaa san ibaada rabbirati dabarse. Umriin dardaruma khuni umrii namni kheeysati humna guutuu fii jabeeyna guutu qabu umrii iti wal dorgamanii hundaa ol tahuu iti fedhani , haatahuu namni umrii tana Rabbi gabaruufi waan rabbiin jaalatu dalaguurati dabrse dhugumaan rabbiin eeybise. Rasuuli ( ﷺ ) akkana ja'an waa 5 ( shan ) oso waa shan (5) siti hin dhufne iti fayyadamii 1. Dardarumaa tee Duloomuun durati 2. Fayya tee Dukkubsachuu durati 3. Tujaarumaa ( Qabeenya) tee miskiinuma(Dhaba) tee durati 4. Yeroo tee tan bilisaa ( free time ) osoo hin shaakhalamne ( yeroo hin dhabne ) durati 5. Jiruu tee du'a durati iraa fayyadamii ( ibn abaasiitu o...

Jechoota gorsaa keessaa📌

📌 Jechoota gorsaa keessaa📌 '''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''' 💬 Hin boonin Hin laafin, Qalbii hin jabaatin. 〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰 💬 Fitnaan ni raftii, Abbaan bakka isiin raftu kaase, balaa ofitti kaase. 〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰 💬Namni dhugaa hin kakatu kakuu hin baay'isin osoo dhugarrattuu taatee. Amanamaan uf hin qulqulleessu dhugaatu isa qulqulleessa. 〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰 💬 Qulqullaawaan hin sheenayu       Arjaan galata hin himatu.               ● @RisalaTube ●    °°°°°°°°▪▪▪▪▪▪▪▪▪▪▪▪▪▪ ▪▪▪▪▪°°°°°°°°

WAA TORBAN NAMA BALLEESSITUU TAATE IRRAA BAQADHAA !!

WAA TORBAN NAMA BALLEESSITUU TAATE IRRAA BAQADHAA !! 〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰  ※ WAA TORBAN SUNI MAALI?. ●1●=Shirkii/Rabbi waliin ka biroo gabbaruu. ○2○=Sihrii/Falfala. ●3●=Nafsee rabbi laguu godhe haqaan malee ajjeesuu. ○4○=Dhala nyaachuu. ●5●=Qabeenya yataamaa nyaachuu. ○6○=Jihaada keessatti Yeroo kaafiraan wal gahan dheeysuu. ●7●=Dubartii qulqulluu, Zinaa dalagde jedhanii Maqaa xureessuu. •°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•° •°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•° ☆ Yaa Rabbi atummaan najaa irraa  nu baasi. ¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤ Telegram chanaala @RisalaTube