#hadiisa akkaan nama rifachiisu. Ee badii isaa ee badii isaa jedhan rasuulli [saw] eennuni laata?
☘🌷☘ hadiisa guyyaa har'aa.
َقَالَ الرَسُول - ﷺ - :
🍃🌸🍃 🌹🍃🌸🍃
Ergamaan rabbii jedhan [saw]
" وَيلٌ لِلَّذي يُحَدِث فَيَكذِب لِيُضحِكَ بِهِ القَوم ، وَيلٌ لهُ ، وَيلٌ له " ،
🍃🌸🍃 🌹🍃🌸🍃 Ee badii isaa ka odeessu ka kijibu kijiba isaa saniin tuuta kofalchiisuuf jecha, ee badii isaa ee badii isaa.
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
Ergaan nuti hadiisa olii kana irraa fudhannu: wanti namni hedduun irraanfate ykn dogongoraan keessa jiruudha,
Ergaan kun rabbiin nama baasu malee haalli kun haalaa nama baay'ee irratti mul'atuudha, Namni hedduun haasawa isaa keessatti nama kofalchiisuuf jecha ni qoosa qoosaan sun ammoo kijiba of keessaa qabaannaan abaarii kana keessa oolle jechuudha.
Yaa rabbi nu tiksi irraa aamiin.
[ شَرحُ رِيَاضِ الصَالِحين ||١/ ٢٩
🍃🌸🍃 🌹🍃🌸🍃
✿┈┈┈┈┈•✶✾✶•┈┈┈┈┈✿
📮@risalaTubr📮

Comments
Post a Comment
Jazaakumullaahu keeyran