Skip to main content

Sadarkaa suuraa iklaas

#sadakaa_suuratul_iklaasiin_qara'uun_qabdu_keessaa.

          ☘ قـال رسـول الله ﷺ :
❀🍃🌸🍃❀

⬅️ ( من قرأ { قُلْ هُوَ اللهُ أَحَدٌ } حتى يختمَها :
- عشرَ مراتٍ ؛ بنى اللهُ له قصرًا في الجنَّةِ ،
- ومن قرأها عشرين مرةً ؛ بُني له قصرانِ ،
- ومن قرأها ثلاثينَ ؛ مرَّةً بُنِيَ له ثلاثٌ ) .

      📔 السلسلة الصحيحة (١٣٦/٢)
❀Nabi ﷺ akkan Jedhan.

➡️ [ Namni qara'e
( قُلْ هُوَ اللهُ أَحَدٌ )
 Hanga xumuuraatti.

⌚️ Yeroo 10 yoo qara'e: Rabbiin jannata keessatti gamoo isaaf ijaara.
۞۩۞۩۩۞۩۩۞۩۩۞۩۩۞۩۩۞۩۩۞

⌚️Yeroo 20 yoo qara'e: Rabbiin jannata keessatti gamoo 2 isaaf ijaara. ۞۩۞۩۩۞۩۩۞۩۩۞۩۩۞۩۩۞۩۩۞

⌚️ʏᴇʀᴏᴏ 30 yoo qara'e: Rabbiin jannata keessatti gamoo 3 isaaf ijaara.
۞۩۞۩۩۞۩۩۞۩۩۞۩۩۞۩۩۞۩۩۞

❀🍃🌸🍃❀

۞  بِسْمِ اللهِ الْرَّحْمَنِ الْرَّحِيمِ •¸ .*۞
۞قُلْ.هُوَ.اللَّهُ.أَحَدٌ۞اللَّهُ.الصَّمَدُ۞لَمْ.يَلِدْ.وَلَمْ.يُولَدْ۞وَلَمْ.يَكُن.لَّهُ.كُفُوًا.أَحَدٌ۞.ᴛᴛ
۞۩۞۩۩۞۩۩۞۩۩۞۩۩۞۩۩۞۩۩۞
📜Ajrii guddaan kuna, waan daqiiqaa gabaabduu keessatti xumuuruu dandeenyuudh.
Daqiiqaa 1 keessatti yeroo 10 jechuu dandeessa mee ammuma haa eeggalluu daqiiqa takkaaf of qabnee. Jalqabdanii?

❀🍃🌸🍃❀

🛄 @risalaTube ← #حديث_نبوي

☘🌱🌿☘🌿🌱☘🌿

Comments

Popular posts from this blog

KUTAA JALQABAA SEENAA RASUULAA IRRAA. ● KUTAA 1FFAA. Dhalootarraa hanga Nabiyyummaa. Abdullaahi bin Abdu Al-Muxxalib Aaminaa bint Wahab fuudhe. Aaminaan Abdullahi irraa Ulfooyte. Aminaan ulfa Isii osoo hin dahin Abdullaahi du’e. *** Abdullahi bin Abdu Al-Muxxalib ilma Isaa garaa haadhaa jiruuf wanni dhiisee du’e: Gaala 5, Re’ee muraasa, gabrittii Habashaa maqaan Isii Barakaa ja’amtu, Isiin Ummu Eymani. ***Guyyaa Isniinaa 12, Rabi’ul Awwal bara Arbaa Aaminaan ilma Isii Adunyaaf ifaa fii Rahmata tahe Nabiyyii Sallallaahu aleeyhi Wasallaam deeyse. *** Dhalatee guyyaa 7ffaa hoggaa gahu Akaakoon Isaa Abdu Al- Muxxalib Absumaa irraa godhe (Isa kitaaane), Maqaadhas Muhammad jechuun Isa moggaase Sallallaahu Aleeyhi Wasallam. *** Haati Isaa Aaminaan guyyaa 3 Isa hoosiste, egas Suweeybaa gabrittii adeera isaa tan Abuu Lahabtu Isa hoosise. *** Suweeybaan Isa Sallallaahu Aleeyhi wasallam dura Hamza bin Abdulmuxxalib, Abuu Salamaa bin Abdu Al-Asad hoosiiste turte. *** ...

Seenaa rasuulaa kutaa 15

  SEENAA RASUULAA KUTAA 15FFAA AMATA HIJRII 9FFAA IRRAA HANGA Duula TABUUK. Amata Hijrii 9ffaa Amatni Hijiraa 9ffaan ni dhufe. Warri Siiraa amata saniin amata Kheeysummaa (Aamu Al-Wufuud) ja’aniin. Nabiyyiin sallallaahu aleeyhi wasallam amata 9ffaa Hijirii guutuu Isaa Madiinaa taa’ee Kheeysummaa itti dhuftu qeebalaati ture. *** Kheeysummulleen –Jiilli Damiinoota Gosa adda addaa- Islaamummaa Isaanii labsuuf Madiinaa dhufan 60 oli, Barri Hijrii 9ffaan Jiila kheeysummaatiin guuttamaa ture. *** Amata 9ffaa hijiraa kheeysa Jiilli Kheeysummoota Madiinaa dhufan kheeysaa: 1- Gosa Baahilaa 2- Gosa Banii Tamiim 3- Gosa Banii Asad 4- Gosa Bajiilaa fii Ah’mas fii gosoota biraa hedduutu dhufe. *** Ji’a Rajab, bara Hijirii 9ffaa kheeysa Najjaashii As’hamaa mootichi Habashaa du’e. Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam Salaat Al- Ghaa’ib (salaata nama fagootti du’ee) irratti salaate. *** Jaabir bin Abdullaahi akki ja’u: Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam “Arra nama Saaliha (Gaariitu) du’e, ka’a...
KUTAA 13 ƒƒαα SEENAA RASUULAA IRRAA. ●KUTAA 13 ƒƒαα  Duula Fat’hii Makkaa  Fathii Makkaa. Baatii Ramadaanaa, Amata Hijirii 8ffaa kheeysa Fat’hiin Makkaa, Injifannoon Islaamaa guddoon argamte. Rabbiin Injifannoo saniin Amantii Isaatii fii Rasuula Isaa sallallaahu aleeyhi wasallam ol fuudhe. *** Sababaan duulli “Ghazwatu Fat’hi Makkaa” (Injifannoo Makkaa) argamteef: Banii Bakrii fii Qureeyshiin wal tahanii gosa Khuzaa’aatan Sulhii Hudeeybiyyaa irratti Rasuula sallallaahi wasallam wajjiin tahuuf wa’ada seente gananii nama 20 irraa ajjeesan.69 *** Amr bin Saalim Al-Khuzaa’ii Rasuula sallallaahu aleeyhi wasallam bira Madiinaa dhufe. Rasuula Sallallaahu Aleeyhi Wasallam Osuma Masjida kheeysa taa’aa jiru itti ol seenee gubbaa dhaabbate. Ajjeechaa dagutti Qureeyshii fii Banii Bakri Isaan irratti raawwatte itti hime. *** Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam: “Yaa Amr bin Saalim Tumsamte (siifin tumsa)” je’een. Eegasi Makkaa irraa gosti Khuzaa’aa Maanguddoo gama Rasuulaa sallallaahu al...