Skip to main content

Posts

Leenjii barnoota Amntii Waa'ee Aqiidaa. Kutaa 7ffaa.

  𝕃𝕖𝕖𝕟𝕛𝕚 𝕓𝕒𝕣𝕟𝕠𝕠𝕥𝕒 𝔸𝕢𝕚𝕚𝕕𝕒𝕒 K-7  Leenjii barnoota Amntii Waa'ee Aqiidaa.   Kutaa 7ffaa.   𝕃𝕖𝕖𝕟𝕛𝕚 𝕓𝕒𝕣𝕟𝕠𝕠𝕥𝕒 𝔸𝕢𝕚𝕚𝕕𝕒𝕒   Leenjii barnoota Amntii Waa'ee Aqiidaa.    Kutaa 7ffaa. GUYYAA QIYAAMAA WARRI AMANE RABBII ISAANII  AKKA ARGAN SABACHIISUU  Ragaan jecha Rabbiiti:  ○وُجُوهٌ يَوۡمَئِذٍ نَّاضِرَةٌ ○إِلَىٰ رَبِّهَا نَاظِرَةٌ {Fullan gariin guyyaa saniin keessatti (guyyaa qiyaamaa) iftuudha. Gama Rabbii isii laaltuudha [daawwattuudha].} Al-Qiyaamaa: 22-23 عَلَى ٱلۡأَرَآئِكِ يَنظُرُونَ {Sireewwan irratti tahoodha, kan ilaalan haala tahaniin.} Al-Muxaffifiin: 23 لِّلَّذِينَ أَحۡسَنُواْ ٱلۡحُسۡنَىٰ وَزِيَادَةٌۖ وَلَا يَرۡهَقُ وُجُوهَهُمۡ قَتَرٌ وَلَا ذِلَّةٌۚ أُوْلَٰٓئِكَ أَصۡحَٰبُ ٱلۡجَنَّةِۖ هُمۡ فِيهَا خَٰلِدُونَ {Warra waan gaarii dalaganiif, waan gaariitu jiraaf (sun jannata) ammas dabalataa jiraaf (sun Rabbii isaanii laaludha).} Yuunus: 26 لَهُم مَّا يَشَآءُونَ فِيهَا وَلَدَيۡنَا مَزِيدٌ {Isaan...

𝕃𝕖𝕖𝕟𝕛𝕚 𝕓𝕒𝕣𝕟𝕠𝕠𝕥𝕒 𝔸𝕢𝕚𝕚𝕕𝕒𝕒 K-6

  𝕃𝕖𝕖𝕟𝕛𝕚 𝕓𝕒𝕣𝕟𝕠𝕠𝕥𝕒 𝔸𝕢𝕚𝕚𝕕𝕒𝕒 K-6  Leenjii barnoota Amntii Waa'ee Aqiidaa.   Kutaa 6ffaa. RABBIIN UUMAA ISAATII WAJJIIN JIRAACHUU SABACHIISUU [Ragaan jecha Rabbiiti:]  هُوَ ٱلَّذِى خَلَقَ ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلۡأَرۡضَ فِى سِتَّةِ أَيَّامٍ ثُمَّ ٱسۡتَوَىٰ عَلَى ٱلۡعَرۡشِۚ يَعۡلَمُ مَا يَلِجُ فِى ٱلۡأَرۡضِ وَمَا يَخۡرُجُ مِنۡهَا وَمَا يَنزِلُ مِنَ ٱلسَّمَآءِ وَمَا يَعۡرُجُ فِيهَاۖ وَهُوَ مَعَكُمۡ أَيۡنَ مَا كُنتُمۡۚ وَٱللَّهُ بِمَا تَعۡمَلُونَ بَصِيرٌ {Inni isa uume samiiwwanii fi dachii qixa guyyaa jahaa keessatti, eegas Arshirratti ol tahe, waan dachii keessa seenuu fi waan isirraa bahu, ammallee waan samirraa bu’uu fi waan isii keessa ol korus ni beeka. Inni isin wajjiin jira [beekkumsa isaatiin] bakka jirtan  hundatti. Allaahaan waan isin daleeydan ni arga.} Al-Hadiid: 4  أَلَمۡ تَرَ أَنَّ ٱللَّهَ يَعۡلَمُ مَا فِى ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَمَا فِى ٱلۡأَرۡضِۖ مَا يَكُونُ مِن نَّجۡوَىٰ ثَلَٰثَةٍ إِلَّا هُوَ رَابِعُهُمۡ وَلَا خَمۡسَةٍ إِلَّا هُوَ سَادِسُ...
  𝕃𝕖𝕖𝕟𝕛𝕚 𝕓𝕒𝕣𝕟𝕠𝕠𝕥𝕒 𝔸𝕢𝕚𝕚𝕕𝕒𝕒 K-5  Leenjii barnoota Amntii Waa'ee Aqiidaa.   Kutaa 5ffaa. WAAHILA YKN QINDII QABAACHUU RABBIIRRAA DHABAMSIISUU   [Ragaan] jecha isaati وَقُلِ ٱلۡحَمۡدُ لِلَّهِ ٱلَّذِى لَمۡ يَتَّخِذۡ وَلَدًا وَلَمۡ يَكُن لَّهُۥ شَرِيكٌ فِى ٱلۡمُلۡكِ وَلَمۡ يَكُن لَّهُۥ وَلِىٌّ مِّنَ ٱلذُّلِّۖ وَكَبِّرۡهُ تَكۡبِيرًۢا {Ja’i: cufti faaruu Allaahaaf sabattuudha, Isa ilmoo hin godhatin, Isa mootummaa [Isaa] keessatti waahilli isaaf hin tahin, ammallee xiqqeenyarraa tumsaan kan isaaf hin tahin. Isuma akkaan guddisi.} Al-Israa: 111  يُسَبِّحُ لِلَّهِ مَا فِى ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَمَا فِى ٱلۡأَرۡضِۖ لَهُ ٱلۡمُلۡكُ وَلَهُ ٱلۡحَمۡدُۖ وَهُوَ عَلَىٰ كُلِّ شَىۡءٍ قَدِيرٌ {Allaaha qulqulleesa wanni samiiwwanii fi dachii keessa jiru hundi, mootummaan isa qofaafi, faaruunis isa qofaafi. Inni waan  hundarratti danda’aadha.} At-Taghaabun: 1  ○تَبَارَكَ ٱلَّذِى نَزَّلَ ٱلۡفُرۡقَانَ عَلَىٰ عَبۡدِهِۦ لِيَكُونَ لِلۡعَٰلَمِينَ نَذِيرًا ○ٱلَّذِى لَهُ...