Skip to main content

Posts

Ramadaana 17 fi Injifannoo lola Badri.

Ramadaana 17 fi Injifannoo lola Badri.   Qophii : Abbaas Ibnul Islam I slaamummaa keessatti baatiin Ramadaana baatiiwwan biroo caalaa Muslimoota biratti baatii jabaadha. Baatii kana keessa dalagaawwan gaggaariin Rabbiin biratti dachaa dachaan hisaabamu, baatii araramaa, kan araarama itti argatan, kan ibidda jala bilisa itti bahaniidha. Akkasumas baatii injifannooti. Baatii kana keessa seenaa Islaamaa keessatti Injifannoowwan gurguddoon addunyaa kana jijjiiran hedduun galama’aanii jiru. Injifannoowwan gurguddoo Baatii Ramadaanaa keessa argaman kan Addunyaa jijjiiran keessaa muraasni Lola Badr Bara Hijraa 2, FATH MAKKAA( Banamuu Makkaa) Bara Hijraa 8, Injifannoo Andaluus Bara Hijraa 91 lola Muslimoota fi Ispeen, Lola Ayin Jaluut Bara Hijraa 658 geggeeffamee fi injifannoowwaan gurguddoon hedduun ji’a Kabajama kana keessatti galmaa’nii jiru. Lola Badri Bara Hijraa 2 Mushrikoonni Makkaa guyyaa Ergamaan Rabbii ﷺ ifatti bahee waamicha Islaamummaa godhuu jalqabe booda, Isaaf hordoftoota is...

Leenjii kutaa 3ffaa "Buufamiinsaa fi walitti qabamiinsa Qur'aanaa"

Buufamiinsaa fi walitti qabamiinsa Qur'aanaa  Leenji kutaa 3ffaa Sammubani.com irraa Join us  | Al-risala-tube | Telegram | Facebook | blog SHAKKII QUR’AANAA QULQULLEESSUF-KUTAA 1FFAA Qur’aanni kalaama (haasawa) Rabbal aalaminaa akka ta’ee fi qulqullummaan isaa hanga ammaatti akka tiikfame yeroo darbee ilaalle jira. Namoonni namoota daandii haqaa irraa jallisuuf halkanii guyyaa carraaqan, Qur’aana jijjiruu akka hin dandeenye yommuu beekan, namootatti shakkii naquu hojii ofii godhatan.  Namoota qofa osoo hin ta’in sheyxaanni keessaas shakkii namatti naquuf halkanii guyyaa namatti hasaasa. Kanaafu, Qur’aanni jecha ykn haasawa Rabbii ta’uu isaa akkamitti beeknaa? Karaa baay’een beekna. Mee isaan keessa muraasa isaanii haala armaan gaditiin haa guduunfinu. 1.Shari’iyyi (karaa shari’aatin)- kuni keeyyanni (aayanni) Qur’aana keessa jiran Qur’aanni guutun jecha Rabbii ta’uu kan agarsiisaniidha. Rabbiin (subhaanahu wa ta’aalaa) ni jedha: أَفَلَا يَتَدَبَّرُونَ ٱلۡقُرۡءَانَۚ ...

Buufamiinsaa fi walitti qabamiinsa Qur'aanaa Leenji kutaa 2ffaa