𝕃𝕖𝕖𝕟𝕛𝕚 𝕓𝕒𝕣𝕟𝕠𝕠𝕥𝕒 𝔸𝕢𝕚𝕚𝕕𝕒𝕒 K-4 Leenjii barnoota Amntii Waa'ee Aqiidaa. Kutaa 4ffaa. HARKA LAMEEN RABBIIF SABACHIISUU . Ragaan jecha Rabbiiti:{Maaltu isa ani harka kiyya lameeniin uumeef, sagaduurraa si dhoorge?} Saad:75 قَالَ يَٰٓإِبۡلِيسُ مَا مَنَعَكَ أَن تَسۡجُدَ لِمَا خَلَقۡتُ بِيَدَىَّۖ أَسۡتَكۡبَرۡتَ أَمۡ كُنتَ مِنَ ٱلۡعَالِينَ Dr. Muhammad Rashaad aayaata tana akki itti hike {Maaltu waanin an harka kiyyaan uumef sujuuduu si dhoowwe?} {Yahuudaan ni jatte “harki Allaahaa [kennaarraa] hidhamtuu”. Harki isaanii haa hidhamtu! Abaaramaan (Rahmata Rabbiirraa fageeffaman) sababaa waan ja’aniitiif. Lakkii! harki Isaa lameen ballifamtuudha, ni kenna akka fedhetti.} Al-Maa’idaa: 64 وَقَالَتِ ٱلۡيَهُودُ يَدُ ٱللَّهِ مَغۡلُولَةٌۚ غُلَّتۡ أَيۡدِيهِمۡ وَلُعِنُواْ بِمَا قَالُواۘ بَلۡ يَدَاهُ مَبۡسُوطَتَانِ يُنفِقُ كَيۡفَ يَشَآءُۚ IBSA. Aayaata lamaan dabarsine keessatti Rabbiin akka Harka lama tan Isaan maltu qabu hubanna. Kanaaf Ahlus-sun...
بسم الله ﻭﺍﻟﺼﻼﺓ ﻭﺍﻟﺴﻼﻡ ﻋﻠﻰ ﺭﺳﻮﻝ ﺍﻟﻠﻪ ﷺ ............. ......................... Al-risala-tube ............................... Gaarommina Qalbii. . . 🎙 Gorsaalee fi ergaawwan miidiyaalee islaamaa argattu. Inshaa'allaah