Skip to main content

Posts

KUTAA 9ƒƒαα SEENAA RAS※Duula Khandaq irraa hanga Sulhii Hudeeybiyyaa※

KUTAA 9ƒƒαα SEENAA RASUULAA IRRAA. ●KUTAA 9ƒƒαα  ※Duula Khandaq irraa hanga Sulhii Hudeeybiyyaa※ Duula Khandaq irraa hanga Sulhii Hudeeybiyyaa Ji’a Shawwaal bara Hijrii 5ffaa keeysa duulli Khandaq “Ghazwatu Al-Khandaq” argamte. Maqaan biraa kan ittiin beekkamtu duula Ahzaab “Ghazwatu Al-Ahzaab”. Sababaan duula Ahzaab Yahuudaa fii Gosoonni Araba walii galanii Madiinaa irratti lola banuuf ka’an. *** Waraana kuma 10 gosoota Arabaa adda addaa irraa walitti qabatanii Madiinaa irratti lola banuuf dhufan. Waraana gosoota Arabaa san kan kakaasaa ture Yahudoota. Hogganaaan Duula Ahzaab Abuu Sufiyaan bin Sakh’r bin Harbiiti. *** Salmaan Al-Faarisiin Rabbi irraa haa jaalatuu akka naannoo Madiinaatti Boolla qotan yaada kenne.  Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam yaada Salmaan fudhatee naannoo Madiinaa Boolla qotuu eegalan. Salmaan Al-Faarisiin Rasuula Sallallaahu Aleeyhi wasaallam wajjiin yeroo duraatiif Duula Khandaq irratti hirmaate. *** Lakkoofsi Waraana Rasuulaa sallallaahu aleeyhi ...

HIIKKAA QUR’AANA RABBII

HIIKKAA QUR’AANA RABBII ================================= ﺳﻮﺭﺓ ﺍﻟﮑﻬﻒ ============================== === ﺑِﺴْﻢِ ﺍﻟﻠَّﻪِ ﺍﻟﺮَّﺣْﻤَٰﻦِ ﺍﻟﺮَّﺣِﻴﻢِ Maqaa Rabbiitinin jalqaba maqaan isaa Rahman fi Rahiim khan tehe. ================================= Aya : 1 ﭐﻟۡﺤَﻤۡﺪُ ﻟِﻠَّﻪِ ﭐﻟَّﺬِﻱٓ ﺃَﻧﺰَﻝَ ﻋَﻠَﻰٰ ﻋَﺒۡﺪِﻩِ ﭐﻟۡﻜِﺘَٰﺐَ ﻭَﻟَﻢۡ ﻳَﺠۡﻌَﻞ ﻟَّﻪُۥ ﻋِﻮَﺟَﺎۜ Faaruun hundi kan Rabbii gabricha Isaa irratti kitaaba buusee isa keessattis daba hin godhiniiti. ================================= Aya : 2 ﻗَﻴِّﻤٗﺎ ﻟِّﻴُﻨﺬِﺭَ ﺑَﺄۡﺳٗﺎ ﺷَﺪِﻳﺪٗﺍ ﻣِّﻦ ﻟَّﺪُﻧۡﻪُ ﻭَﻳُﺒَﺸِّﺮَ ﭐﻟۡﻤُﺆۡﻣِﻨِﻴﻦَ ﭐﻟَّﺬِﻳﻦَ ﻳَﻌۡﻤَﻠُﻮﻥَ ﭐﻟﺼَّٰﻠِﺤَٰﺖِ ﺃَﻥَّ ﻟَﻬُﻢۡ ﺃَﺟۡﺮًﺍ ﺣَﺴَﻨٗﺎ Qajeelaa (godhee) akka adabbii cimaa Isa biraa ta’e ittiin sodaachisee, mu’uminoota gaggaarii hojjatan ‘mindaan bareedaan isaaniif jiraachuudhaan’ gammachiisuuf (buuse). ================================= Aya : 3 ﻣَّٰﻜِﺜِﻴﻦَ ﻓِﻴﻪِ ﺃَﺑَﺪٗﺍ Isa keessa yeroo hunda jiraatoodha ================================= Aya : 4 ﻭَﻳُﻨﺬِﺭَ ﭐﻟَّﺬِﻳﻦَ ﻗَﺎﻟُﻮﺍْ ﭐﺗَّﺨَﺬَ ﭐﻟﻠَّﻪُ ﻭَﻟَﺪٗﺍ Isa...

Bulii jahan shawwaa

🔘  Gaafiif deebii waa'ee soomana bulii 6(jahan), kan ji'a shawwaal. ―――――――――――――――――― ① Hukmiin isaa maali?  sunnaa jaalatamaadha. ② buliin jahan kun murtaa'aadhaa? Lakkii buliin kunniin baati shawwaal 29/30 keessaa kan inni hin soomanamne gaafa tokko jedhu sana qofa jechuunis gaafa guyyaa iidaa sana qofa malee buliiwwan hafan kaanniin keessaa jechuunis shawwaal gaafa bulii lamaffa irraa kaasee guyyaa jaha walitti aansees addaan babaasees soomuu ni danda'a. Ammoo osoo booduma iidaatii bulii jahan walitti aanan osoo somane gaariidha. ③ Namni qadaan soomana waajibaa irra jiru ajrii kana saamachuuf yoo dursa buliwwan shawwaal tana soome ni tahaa? Hin ta'u maaf jennaan jechuma rasuulaa (s.a.w) irraayyu hogga kaanu" Namni ramadana soomee ergasii shawwaal hordofsiise..." jedhan. Lammaffaa deeynii kaffaluun dirqama soomanni ramadaan deeynii rabbiiti dursa deeynii kaffalaniit sunnaa itti aansan. ④ Qadaa Soomana dirqamaatiifi soomana shawwaal guyyama tokkotti wal...

Zakaa fixrii

           ZAKAA FIXRII ※ Maalummaa fixrii fi fatwaalee isaan wal qabatanis kan of keessatti hammatteedha. ※Maddoota kitaabaa fi website islaam Waabii godhachuudhaan Kan Al-risala-tuben qindaahee dhiyaate. ※Maddota isaaniis kan waliin ibsinu ta'a ြ◌ၜAl-risala-tube ြ◌ၜGaarommina qalbii. ※Toora telegramaan nu qunnamaa. https://www.t.me/risalaTube YKN  @risalaTube     ©hijrii1441/2020 بسم الله والصلاة والسلام على رسول الله صلى الله عليه وسلم وبعد    السلام عليكم ورحمة اللة وبركاته                                    ※Maddi keenya jalqabaa. ※Madda kana irraa Afaan oromoo qofaan fudhanne. 》Maqaan:soomana-ramadaana. -Heera-sadarkaafii-Naamusaisaa. | 》Qopheessaan:Sh/Jamaal Sh/Muhammad. | 》 www.islamhouse.com Fuula37-39irraa. ※Akka gadiitti dhihaata.          ់SEERA ZAKAA FIXRII◌ Zakaa fixrii jechuun sadaqaa yeroo soo...