Buufamiinsaa fi walitti qabamiinsa Qur'aanaa Leenji kutaa 2ffaa Sammubani.com irraa Join us | Al-risala-tube | Telegram | Facebook | blog Akkaataa Qur’aanni Walitti Qabamee Akkuma beekkamu Qur’aanni addaan ciccituun yeroo adda addaa keessatti buufamaa ture. Haa ta’uu malee Qur’aanni tartiiba isaa eeggatee walitti qabame jira. Walitti qabama fi tartiiba Qur’aanaa bakka lamatti qoonne ilaalu dandeenya. Isaaniis: Qur’aana qomatti qabachuu fi barreefamaan walitti qabuudha. 1.Qur’aana qomatti qabachuu (haffazuu) – kana jechuun osoo homaa itti hin dabalin fi hin hir’isin Qur’aana guutuu sammutti qabachuudha. Adeemsi kuni Ergamaa Rabbii (SAW) irraa kaase hanga ammaatti kan itti fufaa jiruudha. Yommuu Jibriil Qur’aana dubbisu akka jalaa hin bannee fi qomatti qabachuuf Ergamaan Rabbii (SAW) arraba isaanii Malaykaa Jibriil waliin sochoosa turan. Garuu Rabbiin adeemsa kana dhoowwun yommuu Qur’aanni qara’amu (dubbifamu) akka cal’ise dhageefatu ajaje. Rabbiin (sub...
بسم الله ﻭﺍﻟﺼﻼﺓ ﻭﺍﻟﺴﻼﻡ ﻋﻠﻰ ﺭﺳﻮﻝ ﺍﻟﻠﻪ ﷺ ............. ......................... Al-risala-tube ............................... Gaarommina Qalbii. . . 🎙 Gorsaalee fi ergaawwan miidiyaalee islaamaa argattu. Inshaa'allaah