Skip to main content

Posts

Showing posts from October, 2020

ℝ𝕒𝕒𝕙𝕞𝕒𝕟𝕟𝕚 𝔸𝕒𝕝𝕒𝕞𝕒𝕒 𝔸𝕜𝕜𝕒𝕞 𝕥𝕦𝕣𝕖

  ـــــــــــــــــ ـــــــــــــــــــــــــبسم الله  ﻭﺍﻟﺼﻼﺓ ﻭﺍﻟﺴﻼﻡ ﻋﻠﻰ ﺭﺳﻮﻝ ﺍﻟﻠﻪ ﷺ  ﻭﺑﻌﺪ  السلام عليكم ورحمة اللة وبركاته. ℝ𝕒𝕒𝕙𝕞𝕒𝕟𝕟𝕚 𝔸𝕒𝕝𝕒𝕞𝕒𝕒 𝔸𝕜𝕜𝕒𝕞 𝕥𝕦𝕣𝕖 𝐐𝐨𝐩𝐡𝐢𝐢𝐧 : 𝐔𝐬𝐭𝐚𝐚𝐳 𝐣𝐚𝐟𝐚𝐫 𝐛𝐚𝐲𝐚𝐧 𝐪𝐢𝐧𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚𝐧: 𝐀𝐥-𝐫𝐢𝐬𝐚𝐥𝐚-𝐭𝐮𝐛𝐞 ြၜAl-risala-tube ြၜGaarommina qalbii. ~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~ ℝ𝕒𝕒𝕙𝕞𝕒𝕟𝕟𝕚 𝔸𝕒𝕝𝕒𝕞𝕒𝕒 𝔸𝕜𝕜𝕒𝕞 𝕥𝕦𝕣𝕖 Fuulli Rasu𝐥𝐚𝐚 صلى الله عليه وسلم akka aduu fii ji’aatti ifa. Anas bin Maalik akkana je’a: “Rasuulli صلى الله عليه وسلم adii bareedaa akkaan ifu, hurkaan Isaa lu’lu’a (faaya) fakkaata,” Muslimtu gabaase. Ka’ab bin Maalik akkana ja’a: “Hoggaa Gammade fuulli Rasuulaa صلى الله عليه وسلم ni ifa, akka waan muraa/kutaa ji’aati fakkaata.” Bukhaarii fii Muslimii gabaase Abuu Juheeyfaa Rabbi irraa haa jaalatu akki je’e:“Harka Nabiyyii صلى الله عليه وسلم fuudhee fuula kiyyarra khaaye, harki isaa fixeensarra qabbanooyti, miskii (shittoo) daran ur...

𝕃𝕖𝕖𝕟𝕛𝕚 𝕓𝕒𝕣𝕟𝕠𝕠𝕥𝕒 𝔸𝕢𝕚𝕚𝕕𝕒𝕒

Leenjii barnoota Amntii Waa'ee Aqiidaa. Kan Al-risala-tube qindeessun dhiheesse. Ibsa Aqiidatu  Leenjii barnoota Amntii Waa'ee Aqiidaa. Kan Al-risala-tube qindeessun dhiheesse. Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa sheekhul-Islaam Ahmad Ibnu Abdul-Haliim Ibnu Abdus-Salaam Ibnu Teymiiyyaa Hiikaan: Jaafar Bayaan  l-Waasixiyyaa sheekhul-Islaam Ahmad Ibnu Abdul-Haliim Ibnu Abdus-Salaam Ibnu Teymiiyyaa Hiikaan: Jaafar Bayaan بسم االله الرحمن الرحیم Maqaa Allaahaatiin [eegala], akkaan nahaa, akkaan  rifataa kan tahe. IBSA. Abbaan kitaabaa barruu Isaa maqaa Allaahaatin eegale,  Qur’aanaa fi Sunnaa jala deemuuf jecha. suraan Qur’aanaa hundi  maqaa Allaahaatiin eegaltti suraa Towbaa malee. Akkuma kana Ergamaan Rabbii maqaa Rabbiitiin waan  hunda eegala maqaa Rabbiitiin barakaa (toltuu) barbaaduuf  jecha. Ar-Rahmaan: kan namaaf nahee Adunyaarratti nama  qananiisu, Muslimaa fi kaafiras akka isaan malutti kan nahuuf ykn  rifatuuf jechuudha. Ar-Rahiim: kan ganda irr...

Musiibaa guddoo

 Seenaa rasuulaa kutaa 17ffaa  Musiibaa guddoo  Hoggaa Da’waan wal geeyse, Islaamni Jaziiraa Arabaa dhunfate, hoggaa Ilmaan namaa Amantii Rabbii tuuta tuutaan seenan, Nabiyyiin sallallaahu aleeyhi wasallam ajalli Isaa akka dhihaate hubate. *** Mallattoolee dhiheenya ajala (du’a) Nabiyyii sallallaahu aleeyhi wasallam: 1- Suuraan An-Nasrii bu’uu. 2- Jibriil wajjiin amata dhumaa hoggu lamaRamadaana kheeysa Qur’aana buusuu. 3- Ibaadaa kheeysatti Nabiyyiin sallallaahu Aleyhi wasallam jajjabaachuu. 4- I’itikaafa Ramadaanaa dachaa godhu. *** Nabiyyii sallallaahu aleeyhi wasallam Ji’a Safar gama dhumaa dhukkubni Rabbiin kheeysatti Isa fudhate sun Isa jalqabe. Dhukkubni guyyaa 13 irra ture. Dhukkubarraa wanni dura isa jalqabe dhukkubbii mataati. *** Hoggaa dhukkubbiin mataa Isa jalqabe Nabiyyin sallallaahu aleeyhi wasallam mana A’ishaa ture. Akkuma yeroo biraa godhutti Manneen Isaatirra naannawuutti seene. *** Mana Meeymunaa bint Al-Haaris hoggaa gahe sallallaahua aleeyhi wasallam...