Skip to main content

Posts

Amaloota gabroota arrahmaan 5.3

Ammas gabroonni Ar-Rahmaan warra, “zinaa (sagaagalummaa) hin raawwanneedha.” Kana jechuun amaloota gabroota Ar-Rahmaan keessaa tokko isaan zinaa hin raawwatan. Sababni isaas, badii gurguddaa irraa fagaachu keessatti of eeggannoo cimaa godhu. Isaan iddoolee gara badii zinaatti nama kuffisan irraa ni fagaatu. Haada iffaa (kabaja ofii eegu) qabachuuf karaalee Rabbiin itti ajajee ni hordofu. Isaan zinaa kan hin raawwanne erga ta’anii, wanta zinaa caalaa fokkuu ta’e kan akka saalaa wal fakkaatun wal qunnamu (homosexually) itti hin taran. “Zinaa” jechuun osoo karaa seera qabeessaatiin wal hin fuudhin dhiiraa fi dubartiin wal qunnamti foonii raawwachuudha. Gara Afaan Oromootti yommuu deebisnu sagaagalummaa jennaan. Miidhaan zinaan nama dhuunfaa fi hawaasa irraan gahuu garmalee guddaa waan ta’eef, Rabbiin azza wa jalla zinatti akka hin dhiyaanne ajaje: 17:32 “Sagaagalummattis hin dhihaatinaa. Dhugummatti inni hojii fokkataa fi karaa hamaa ta’ee jira.” Suuratu Al-Isra 17:32 Rabbiin subhaanahu w...

AMALOOTA GABROOTA AR-RAHMAAN-KUTAA 5.3

  Ammas gabroonni Ar-Rahmaan warra, “ zinaa (sagaagalummaa) hin raawwanneedha.”  Kana jechuun amaloota gabroota Ar-Rahmaan keessaa tokko isaan zinaa hin raawwatan. Sababni isaas, badii gurguddaa irraa fagaachu keessatti of eeggannoo cimaa godhu. Isaan iddoolee gara badii zinaatti nama kuffisan irraa ni fagaatu. Haada iffaa (kabaja ofii eegu) qabachuuf karaalee Rabbiin itti ajajee ni hordofu. Isaan zinaa kan hin raawwanne erga ta’anii, wanta zinaa caalaa fokkuu ta’e kan akka saalaa wal fakkaatun wal qunnamu (homosexually) itti hin taran. “ Zinaa ” jechuun osoo karaa seera qabeessaatiin wal hin fuudhin dhiiraa fi dubartiin wal qunnamti foonii raawwachuudha. Gara Afaan Oromootti yommuu deebisnu sagaagalummaa jennaan. Miidhaan zinaan nama dhuunfaa fi hawaasa irraan gahuu garmalee guddaa waan ta’eef, Rabbiin azza wa jalla zinatti akka hin dhiyaanne ajaje: “ Sagaagalummattis hin dhihaatinaa. Dhugummatti inni hojii fokkataa fi karaa hamaa ta’ee jira. ” Suuratu Al-Isra 17:32 Rabbiin s...

AMALOOTA GABROOTA AR-RAHMAAN-KUTAA 5.3

Ammas gabroonni Ar-Rahmaan warra, “ zinaa (sagaagalummaa) hin raawwanneedha.”  Kana jechuun amaloota gabroota Ar-Rahmaan keessaa tokko isaan zinaa hin raawwatan. Sababni isaas, badii gurguddaa irraa fagaachu keessatti of eeggannoo cimaa godhu. Isaan iddoolee gara badii zinaatti nama kuffisan irraa ni fagaatu. Haada iffaa (kabaja ofii eegu) qabachuuf karaalee Rabbiin itti ajajee ni hordofu. Isaan zinaa kan hin raawwanne erga ta’anii, wanta zinaa caalaa fokkuu ta’e kan akka saalaa wal fakkaatun wal qunnamu (homosexually) itti hin taran. “ Zinaa ” jechuun osoo karaa seera qabeessaatiin wal hin fuudhin dhiiraa fi dubartiin wal qunnamti foonii raawwachuudha. Gara Afaan Oromootti yommuu deebisnu sagaagalummaa jennaan. Miidhaan zinaan nama dhuunfaa fi hawaasa irraan gahuu garmalee guddaa waan ta’eef, Rabbiin azza wa jalla zinatti akka hin dhiyaanne ajaje: “ Sagaagalummattis hin dhihaatinaa. Dhugummatti inni hojii fokkataa fi karaa hamaa ta’ee jira. ” Suuratu Al-Isra 17:32 Rabbiin subhaana...

Amaloota Gabroota Ar-Rahmaan-Kutaa 5.2

  Kutaa darbe keessatti hojii babbadoo gabroonni Ar-Rahmaan irraa fagaatan ilaalu jalqabne turre. Badiwwan gurguddoo keessaa shirkii ilaalle jirra. Har’a immoo itti fufuun “ajjeechaa” ni ilaalla. “Isaan Rabbiin waliin gabbaramaa biraa kanneen hin kadhanne, haqaan malee nafsee Rabbiin haraama godhe hin ajjeesnee fi zinaa (sagaagalummaa) hin raawwanneedha. Namni kana hojjate adabbii qunnama. Guyyaa Qiyaamaa adabbiin isaaf dachaa ta’a, kan salphifame ta’ee yeroo hundaa achi keessa jiraata. Nama tawbate, amanee fi hojii gaarii hojjate malee. Warra san Rabbiin hamtuu isaanii gaariitti jijjiraaf. Rabbiin Araaramaa, rahmata godhaa ta’eera. Namni tawbate fi hojii gaarii hojjate, dhugumatti inni gara Rabbii tawbaa dhugaa tawbata.” Suuratu Al-Furqaan 25:68-71 Gabroonni Ar-Rahmaan warroota “haqaan malee nafsee Rabbiin haraama godhe hin ajjeesnee” dha. Amaloota gabroota Ar-Rahmaan keessaa nafsee Rabbiin ajjeechaa ishii haraama godhe haqaan malee hin ajjeesan. Hanga fedhe dallansuun gara kanaat...